✍️Sagalee Waaqayyoo baradhu.Yoo jijjiiramuu baattes callisii baradhu.Yeroo hunda baradhu.Of sirreessuu dhiisuu dandeessa, jijjiiramuu dhiisuus dandeessa, garuu baradhu.Yoo xiqqaate nama gaarii ta'uu baattus dandeettii ittiin of ceephaatu ni argatta. Yoo barachuu baatte garuu jijjiiramuu mitii of ceepha'uu iyyuu hin dandeessu.Kanaaf baradhu.Yoo baratte yoo xiqqaate yemmuu cubbuu hojjettu illee of ceepha'aa hojjetta. Kun immoo balbala gaabbii siif taati. Guyyaa tokko gara jireenya gaabbiitti si galchiti.(QulqulluuYohaannis Afaan-warqee)
Maddaa: Waldaa Sillaasee Wiirtuu
Jimmaatti Kutaa Barreeffamaafi Hiik-Kuus-Miidiyaa Yaa'ii Mooraa M/Guddichaafi Kollejjiiwwanii.
Waxabajjii , 01,2016 B.A
Jimmaa

Sagalee Jireenyaa Sin haa dhageessisu!.
ReplyDelete